Oduu biyya keessaa Sosochiin qaamaa hawaasa biyyaalessaa gaggeeffame Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Sosochiin qaamaa hawaasa biyyaalessaa 3ffaan magaaloota naannoleetti gaggeeffame. ‘Sosochii sa’aatii tokkoo ga’umsa qaamaa miiliyoonootaaf’ mata duree…
Fayyaa Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 26.9 miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an- BFO Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 26.9 ta’an miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta'’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan fayyadamtuu karra galaanaa ta’uun Invastimantii alaa caalmaatti hawwachuuf qooda… Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan fayyadamtuu karra galaanaa ta’uun Invastimantii alaa kallattiin hawwachuuf qooda olaanaa qabaachuu Hayyoonni ibsan. Waligalteen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waloo seera baastootaa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo seera baastoota biyyaaleessa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira. Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi…
Oduu biyya keessaa Haalli qilleensaa guyyoota torban itti aanaan jiraatu oomisha walitti qabuuf mijataa ta’uu ibsame Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Haalli qilleensaa guyyoota torban itti aanaan jiraatu oomisha walitti qabuuf mijataa ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise. Qilleensii…
Oduu biyya keessaa Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessadha – Obbo Adam Faarahi Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC) – Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessaa ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi ibsaniiru. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun badhaadhina Itiyoophiyaa ni… Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun seenaa haaraa hojjechuun ashaaraa dhaaloonni leellisaa jiraatu kaa’uun badhaadhina Itiyoophiyaa ni…
Oduu biyya keessaa Biyyoota alaatti “Waamicha Imala Gara Biyyaa”f sochiin eegalame Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataaniif waamicha imala gara biyyaa taasifameef sochiin eegalamuun ibsame. Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hojjetoonni Matta’aa Birrii miiliyoona 1 utuu fudhatanii argaman to’ataman Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Hojjetoonnii Waajjira Bulchiinsa Liizii Lafaa matta’aa Birrii miiliyoona 1utuu fudhatanii harkaa fi harkatti to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaannaaf tajaajila qalmaa fayyummaan isaa eegame kennuuf qophiin taasifamuun ibsame Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Ayyaanna Qilleef tajaajila qalmaa fayyummaan isaa eegame kennuuf qophii xumuruu Dhaabbannii Qeeraawwanii Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoji Gaggeessaan…