Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota gumaacha olaanaa taasiisan badhaase
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota dameewwan garagaraan gumaacha olaanaa taasiisan badhaaseera.
Hayyoota Koolleejjii Saayinsii hawaasummaan gumaacha olaanaa…