Oduu biyya keessaa Obbo Taayyee Danda’aan to’annoo jala oolfaman Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Dandaa’aan to’annoo jala oolfaman. Humni Waloo Nageenyaa Biyyaalessaa ibsa miidiyaaleef ergeen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 27ffaa Invastimantii Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Hindii Niwudelhiitti gaggeeffamaa kan jiru Yaa’ii 27ffaa Invastimantii idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti. Komishinarri Ittaana Koomishinii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Farra Malaammaltummaa Oromiyaa 18ffaan kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016(FBC)- Guyyaan Farra Malaammaltummaa Oromiyaa 18ffaa Mata duree "Malaammatummaan Diina Waloo Keenya Waan Ta'eef Gamtaan Irratti Haa qabsoofnu" jedhuun Adaamaa Galma…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa gita isaa Xaaliyaanii waliin waliigaltee walta’iinsaa mallatteesse Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)-Ministeerri Barnootaa fi Ministeerri Barnootaa Xaaliyaanii waliin damee leenjii barnootaarratti waloo hojjechuuf waliigaltee walta’iinsaa mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaaf dhiyeessuu cimsanii akka itti fufan… Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaaf dhiyeessuu cimsanii akka itti fufan Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa waamicha dhiyeesse.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Daayrektera Olaanaa Fandii Misoomaa Kuwaatar waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Daayrektera Olaanaa Fandii Misoomaa Kuwaatar Kaaliifaa Biin Jaazim Al Kuwaarii waliin…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaan Diina Waloo Keenyaa Waan Ta’eef Gamtaan Irratti Qabsaa’uu Qabna-BKO Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)-Malaammaltummaan diina waloo keenyaa waan ta’eef gamtaan irratti qabsaa’uu qabna jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Hojiin olaantummaa seeraa…
Oduu biyya keessaa Paarkiiwwan indaastirii qonnaa guddina qonnaa itti fufiinsa qabuufi misooma dinagdee mirkaneessuu… Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) –Paarkiiwwan indaastirii qonnaa guddina qonnaa itti fufiinsa qabuufi misooma dinagdee mirkaneessuu keessatti qooda olaanaa qabu jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Bara Faranjootaa 2024 keessa deeggarsi namoomaa Doolaara biiliyoona 46tu barbaachisa – DhMG Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Bara Faranjootaa 2024 keessa deeggarsi namoomaaf Doolaarri biiliyoonni 46n kan barbaachisu ta'uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Walitti…
Ispoortii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaalaa Baatuu injifate Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 2-0 Kilaba Magaalaa Baatuu injifateera. Tapha biroo har’a waaree dura…