Oduu biyya keessaa Magaala Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina dhuunfaa fi naannoo gaggeeffameera. Har'a ganama sa'aatii 12:00 irraa jalqabee gandoota magaalaa Jimmaa hunda…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi qormaata kutaa12ffaa bara kana ‘online’ kennamu ilaalchisee ibsa kenne Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online' niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo…
Biiznasii Dirre Dhawaatti kaffaltoota gibiraa amanamoo fi olaanoof Beekamtiin kenname Sifen Megersa Jun 2, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa kaffaltoota gibiraa amanamoo fi olaanoof beekamtii kanne. Abbaan Taayitichaa Galiiwwan…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Yakkoota Faayinaansii Dijitaalaan raawwataman ittisuuf qooda fudhattoota waliin… Tsehay Guluma Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Poolisiin Fedeeraalaa Yakkoota Faayinaansii Dijiitaalaan raawwataman waloon ittisuuf qooda fudhattoota waliin mari'ateera. Hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Xaa’oo Biyyoo karaa Keeniyaa galchuu eegalte Tsehay Guluma Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Xaa'oo Biyyoo karaa Keeniyaa galchuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Koreen Dhaabbii Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Mariin hunda injifataa taasiisa – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Mariin hunda injifataa taasiisa jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Waraana keessa jiraannerra, rakkoolee muraasa ittiin…
Oduu biyya keessaa Hamaas yaada murtoo dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel dhiyeessite roga gaariin kan ilaalu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Hamaas yaada murtoo dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel dhiyeessite roga gaariin kan ilaalu ta’uu beeksiiseera. Yaada Murtoo Dhukaasaa dhaabuu Isiraa’ee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti sagantaan Tajaajila lammummaa Gannaa eegalame Sifen Megersa Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Booleetti sagantaa Tajaajila Lammummaa Gannaa eegalchiiseera. Har’a sagantichaan ijaarsi Mana harka…
Oduu biyya keessaa Jilli DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa… Sifen Megersa Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa hawaasaan ijaaraman…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen fiixee baajata bara 2017 irratti… Sifen Megersa Jun 1, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 13ffaa waggaa 3ffaa har'a gaggeesseen fiixee baajata bara giddu galeessaa 2017 irratti mari'achuun kallattii…