Ameerikaa magaalaa Lewistoniitti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ameerikaa magaalaaa Lewiston, bulchiinsa Mee'in keessatti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefamuu Poolisiin biyyattii beeksise.…