Ijaarsa Mootummaaf raayyaan aantummaa heera mootummaaf qabu murteessaadha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Ijaarsa Mootummaa biyyaa cimaaf, ijaarsi Raayyaa Ittisa Biyyaa heera mootummaaf aantummaa qabu, ammayyaa, walabaa fi bilisaa ta’e murteessaa ta’uu…