Yaa’ii bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa bifa dhugaa fi seenessa Afrikaa sirrii addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa’amaa…