Ispoortii Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera.…
Idil Addunyaa Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa Chaayinaa… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Chaayinaan Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa taasisuu itti fufti jedhan Ministirri Alaa Chaayinaa Waangi Yuun. Ministirri Alaa…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa siyaasa qubsumaa Itiyoophiyaan sararoota Galaanaa idil-addunyaa irratti qabdu… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Dhaga’amtummaa Itiyoophiyaan qabdu guddisuuf kallattiin dippiloomaasii mootummaan Ida’amuu hojiirra oolchaa jiru bu’aa qabatamaa galmeessaa jira.…
Ispoortii Buna Sidaamaa 0 – 1 Madin Itiyoophiyaa Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatameera. Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dursaa kan jiru Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatamuun carraa…
Teeknooloojii Hojii kalaqaa fi ogummaa irratti dargaggoota jajjabeessuuf…. Ayana Dheressa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Hojii kalaqaa fi ogummaa irratti dargaggoota jajjabeessuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa. Magaalaa Naqamteetti…
Oduu biyya keessaa Haala addunyaan keessa jirtu keessa kan darbinu hojjechuu qofaani- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Haala addunyaan keessa jirtu keessa kan darbinu hojjechuu qofaani jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Ittigaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa…
Waajabila Faanaa Haadha turtii waggaa 12 booda daa’imman shan yeroo tokko deesse Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Hospitaalaa Ispeeshaalaayizdii Hiyiwoot Faanaa Magaalaa Hararitti haati tokko yeroo tokko daa’imman 5 nagaan oofkalteerti. Jiraattuu Magaalaa Harar aanaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee Neezarlaandi waliin mari’atan Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Neezarlaand Roob Jeetan waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dhimmoota waloorratti marii bu’aa…
Teeknooloojii Mootummaan Aadaa hojii jijjiiruufi ce’umsa dinagdee dhugoomsuuf hojjechaa jira – Aadde… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Aadaa hojii jijjiiruufi ce’umsa dinagdee dhugoomsuuf hojjechaa jira jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…