Ispoortii Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ramaddii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Baayerni Muunik waliin ramadame. Riyaal Maadriid Maanchiister Siitii,…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota 6 simatan Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen xalayaa mudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 6 simataniiru. Ambaasaaddarroonni biyyoota, Maalii, Hindii,…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Aljeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru. Mariin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee Yuuroo miiliyoona 9.5 mallatteessan Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi Pirojektii Bulchiinsa Lafaa boqonnaa 3ffaaf (REILA-III) kan oolu waliigaltee Yuuroo miiliyoona 9.5 mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Kaawunsilii Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Miseensonni Kaawunsilii Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Daawwannicharratti kanneen hinrmaatan maqaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasaa Naannoo Tigraay waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu'oota hawaasaa Naannoo Tigraay irraa walitti baba’an waliin mari’ataniiru. Dhimmoota bu’aa…
Oduu biyya keessaa Sirni eegalchiisa Piroojektii dhiyeessa Humna Elektirikaa lammiilee miiliyoona 3.7 fayyadamoo… Sifen Megersa Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Maallaqa Doolaara miiliyooan 500 Baankii Addunyaarraa argameen kan raawwatamu sirni eegalchiisa Piroojektii dhiyeessa Humna Elektirikaa lammiilee…
Teeknooloojii Dorgommii ICT Tuunisiyaatti gaggeeffameen Itiyoophiyaanonni sadarkaa 3ffaan xumuran Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Dorgommii Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo (ICT) Huwaawwee Tuunisiyaatti gaggeeffamerratti Itiyoophiyaanonni sadarkaa 3ffaan xumuruun ibsame.…
Idil Addunyaa Filannoon Pireezidaantummaa Raasiyaa gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Vilaadmiir Putiin morkattoota sadii waliin kan irratti hirmaatan Filannoon Pireezidaantummaa Raashiyaa bara 2024 gaggeeffamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan sanada Sobaa qopheessuun itti fayyadamaa turee fi yakka malaammaltummaan shakkame… Sifen Megersa Mar 15, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Shakkamaan sanada Sobaa qopheessuu itti fayyadamaa turee fi yakka malaammaltummaan shakkame to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Shakkamaan…