Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii waliigaltee Liqii garaagaraa raggaasise Tsehay Guluma Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 17ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii waliigaltee Liqii garaagaraa qorachuun…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa Paarlaamaa Kanaadaa waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Paarlamaa Kanaadaa Rooberti Oliifanti waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni dhaloota ida’amuu bifa seeneessuun dhaggeeffattootaa fi daawwattootaaf dhiyaachuuf Sifen Megersa Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FRDI Dooktar Abiy Ahimad kan barreessaan Kitaabni dhaloota ida’amuu bifa seenessuun dhaggeeffattootaa fi daawwattootaaf dhiyaachuuf…
Oduu biyya keessaa Y/Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 618 eebbisiise Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota Muummee Barnoota garaagaraatiin barsiisaa ture 618 eebbise. Yuunivarsiitichi barattoota digirii jalqabaa fi…
Oduu biyya keessaa Giddugala Haaromsaa gabbis ogummaa Dubartoota ijaaramuun cabiinsa akka biyyatti jiru kan… Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Giddugalli Haaromsaa fi Gabbisa Ogummaa Dubartoota ijaaramuun cabiinsa akka biyyatti jiru kan wal’aanuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Aanaa Leemuu fi Bilbiilootti raasaasni kilashii 3 fi 780 to’atame Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)-Godina Arsii Aanaa Leemuu fi Bilbiilootii Sakatta'insa tasaa tasifameen rasasaa kilashii kuma 3 fi 780 to'atame. Aanichatti sakatta'insaa konkolaataa…
Oduu biyya keessaa Amanamummaa fi kutannoon hawaasa keenya tajaajiluu itti fufna–Aadde Adaanach Abeebee Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Magaalaa haqni hawaasummaa keessatti mirkanaa’e ijaaruuf waadaa galame raawwachaa, ummata amanamummaa fi murannoon tajaajiluu itti fufna jedhan…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin tumsa tarsiimawaa gama hundaa qabdu cimsitee akka itti fuftu… Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin tumsa tarsiimawaa gama hundaan qabdu cimsitee akka itti fuftu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aan…
Oduu biyya keessaa Bakka Dooktar Abiy argamanitti Giddugalli Haaromsaa fi Gaabbisa Ogummaa Birrii biiliyoona 3.1’n… Debela Tadesse Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti Pirojektiin Giddugala Haaromsaa fi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa Finfinnee Kutaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa mirga himatamuu dhabuu Kiristiyaan Taaddalee kaase Sifen Megersa Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 17ffaa har’a gaggeesseen mirga himatamuu dhabuu Kiristiyaan Taaddalee kaaseera. Obbo Kiristiyaan…