Oduu biyya keessaa Sochiin Qonna Gannaa jajjabeessaadha-Ministeericha Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Sochiin Qonnaa Gannaa bara oomisha 2015/16 jajjabeessaa ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichi Qonnaa Gannaan lafa hektaara miiliyoona 17.4…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Dhalachuu Nabiyyuu Mahaammad (SAW) (Mawulidaa) Sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Uncategorized Dhaabbatichi wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophaa’uu beeksise Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Wayita ayyaanaatti tajaajila barbaachisaa kennuuf qophii xumuruu Dhaabbanni Qeeraawwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Afyaa’iin Caffeen Oromiyaa Mawulidaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Ayyaana Mawulidaatti fakkeenyummaa fi qajeelummaan tokkummaan kabajuu qabna jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan. Aadde…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafama Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu kan kabajamu Ayyaana Dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) (Mawulidaa) sababeeffachuun sa’aatii 12:00 irratti Madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Sirna Gubaa (‘Damaraa’) sababeeffachuu daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu Addabaabayii Masqalaatti Sirna Gubaa (‘Damaraa’) Masqalaa gaggeeffaamu sababeeffachuun daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’aan Poolisiin Magaalaa…
Idil Addunyaa Keeniyaan 2027’tti Buufata Anniisaa Niwuklilaraa ijaaruufi Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Wayita fedhiin hanga gadi lakkifama Kaarbanii hir’isuu dabalaa jirutti Keeniyaan bara 2027’tti buufata anniisaa niwukilaraa jalqaba ijaaruuf ta’uun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Baga Guyyaa Dhaloota Nabii Muhaammad (SAW) Waggaa 1498ffaan Nagaan Geessan jechuun eergaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu Hojiiee gaarii Nabiyyuu Mahaammad hojiirraa oolchuun ta’uu qaba… Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu hojiilee gaarii Nabiyyuu Mahaammad (SAW) hojiirra oolchuun ta’u akka qabu ibsame. Ayyaanni Mawulidaa 1498ffaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Naannawaa Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Duulli bakka Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleessuu raawwatame. Duulli qulqullinaa kunis bakka Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hoji…