Itiyoophiyaan Fooramii 2ffaa Wata’iinsa Nageenya Ummataa Idil Addunyaarratti hirmaatte
Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Chaayinaa bulchiinsa Magalaa Liyaanyungaangitti mataduree “Addunyaa tokko; nageenya waloo” jedhuun Fooramii 2ffaa wata’iinsa nageenya…