Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa gam sadee marsaa 3ffaan eegale Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Mariin dambiiwwanii fi dureewwanii gamsadee guutiinsaa fi gadi lakkisa bishaan Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan har’a Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan Baraa Saba Kambaataa “Maasaalaan” kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Kambaataa “Maasaalaa” Godina Kaambaataa Magaalaa Duraameetti sirna hoo’aan kabajamaa jira. Sirni kabajaa ayyaanichaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Emereetoonni Arabaa Gamtoomaanii tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Emereetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Abdullaahii Biin…
Oduu biyya keessaa UNICEF fi OCHA’n adeemsa Ijaarsa Nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruu akk aitti fufu beeksise Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Daa’immaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Waajjirri Qindeessaa Dhimmoota Mirgoota Namoomaa Dhaabbatichaa (OCHA)…
Oduu biyya keessaa UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Sagantaan Misoomaa Dhabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Barana buna gabaaf dhiyeetu %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jira-Pir.… Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Bara kana buna gabaaf dhiyeetu keessaa %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jiraachuu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Idil Addunyaa Manni Marichaa walitti bu’iinsaa ittisuun nageenya waareessuuf fooyya’iinsa bu’uuraa akka taasiisu… Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii walitti bu’iinsaa ittisuun nageenya waareessuuf fooyya’iinsa bu’uuraa akka taasiisu…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-Waldaa Balaliistotaa Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Waldaan Balaliistotaa Itiyoophiyaa, Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu beeksise. Miseensonni waldichaa Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran ni eegalama –… Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran kan eegalamu ta’uu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshiniin Iistarni damee maanufaakchariingii fi ijaarsa manaarratti bobba’uuf fedhii… Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ameerikaatti dameewwan ijaarsa garaagaraatti hojjechuun muuxannoo kan qabu Dhaabbnni Koorporeeshinii Iistarni Itiyoophiyaatti invastimantii damee ijaarsa…