Fayyaa Dhibee Taayifoodii Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Dhibeen Taayifoodii baakteriyoota "Salmonella Typhi" ykn "Salmonella Paratyphi" jedhamaniin dhufa. Dhukkubni kun biyyoota guddataa jiran keessatti…
Oduu biyya keessaa Fandiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 taasise Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Boordiin Daayrektaroota Fandii Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 raggaasisuu beeksiseera. Deeggarsichis Horsiisee…
Oduu biyya keessaa Gabaa kaappitaalaa amanamummaan sochoosuuf waliigalteewwan mallatteeffaman Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa Gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoominaa fi dandeettii teeknooloojii Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophyaa gabbisuuf…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Keeniyaatti daawwannaa taasisaniiru. Daawwannaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Taanzaaniyaa Daaresalaam Galan Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Ministirrii Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Taanzaaniyaa Daaresalaam galaniiru. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Keeniyaatti taasisan xumuran Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyoota lamaaf daawwannaa hojii keeniyaatti taasisaa turan…
Ispoortii Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa…
Oduu biyya keessaa Jigjigaatti Mana Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Mana Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame. Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu…
Oduu biyya keessaa Himatamaan lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaan adabame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Himatamaan Siistama baankiin sirreessa jechuun lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaa fi maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Torbee Dippiloomaasii Itiyoophiyaa lammiilee kuma 250 oliin daawwatameera-MDHA Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Agarsisni “Torbee Dippiloomaasii Itiyoophiyaa lammiilee kuma 250 oliin daawwatamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ministir Deetaan Ministeera…