MM Abiy Ahimad Koonsotti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Godina Koonsotti sagantaa Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisaniiru.
Ummata aadaa hojii daagaa,…