Magaalaa Hawaasaatti Piroojektonni 16 Birrii miiliyoona 550’n ijaramaan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon Magaalaa Hawaasaatti Piroojektoonni misoomaa garaagaraa16 Birrii miiliyoona 550’n ijaramaan…