Ispoortii Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiin Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiitti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu riikkardii iddichaa fooyyeessuun injifatan. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi Piroojektoota garaagaraa hojjetamaa jiran daawwatan Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Piroojektoota garaagaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Ijaarsa Hospitaaloota Riifaraalaa,…
Ispoortii Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa… Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa darbuu ibsameera. Tapha liigii Albaniyaatti…
Teeknooloojii Teeknooloojiin Hojiilee ijaarsaa bakka tokko taa’aanii to’achuuf dandeessisu ifoome Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Teeknooloojiin ammayyaa hojiilee ijaarsaa giddu gala tokkorraa to'achuuf dandeessisu ifoomeera. Korporeeshiniin hojiilee Ijaarsaa Itiyoophiyaa hojiilee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti boqonnaa walitti bu’iinsaa cufuuf qaamni hundi qooda isaa akka ba’u… Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti boqonnaa walitti bu'iinsaa cufuuf qaamni hundi qooda isaa akka ba'u mootummaan naannichaa waamicha dhiyeesse. Finxaaleyyiin biyya…
Waajabila Faanaa Jaakkettiin Maayikiil Jaaksan caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurame Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Jaakkettiin Weellisaa beekkamaa Maayikiil Jaaksan waggoota 22n dura Addunyaa kanarraa du'aan boqote caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurameera.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Daabanaa kabajame Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa kabajameera. Haadholiin Siiqqee, Abbootiin Gadaafi kutaaleen hawaasaa garaagaraa bakka argamanitti…
Fayyaa Faayidaa Loomii Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera. Loomiin yeroo baayyee qabiyyee isaa…
Ispoortii Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame Sifen Megersa Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam…