Bara 2023tti Oomishi waliigalaa biyyaa keessaa Doolaara biiliyoona 156 ol ga’a jedhamee eegama-TKM
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Bara 2023, Omishi waliigalaa Biyyaa keessaa Doolaara Biiliyoona 156.08 ga’a jedhamee kan eegamu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…