Gaaffilee jiraattonni magaalatti gaafatan addaa baasuun deebii kennuuf hojjecha jirra-Aadde Adaanech…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Gaaffilee jiraattotaa Magaalaa Finfinneerraa ka’anii fi koomiiwwan jiran adda baasuun deebii kennuuf hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…