“Saafaariikoom Ityoophiyaaf” liqii fi wabiin idil addunyaa eeyyamameef
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)-Diriirsa sarara Teelekominikeshinii Saafaariikoom Ityoophiyaan gaggeessaa jiruu fi hojiilee isaa deeggaruuf Koorporeeshinii Maallaqaa Idil Addunyaa fi…