Oduu biyya keessaa Koottaa waliin seenaa haa hojjennu – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 9, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Dhaabbiin Ashaaraa Magariisaa bara kanaa wayita xumurame Ityoophiyaan biqiltuu biiliyoona 31 ni uwwifamti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa… Sifen Megersa Jun 9, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Gumii Balal 32ffaan gaggeeffama jira Debela Tadesse Jun 9, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)-Waltajjiin Gumii Balalaa marsaa 32ffaan mata duree “Waadaa fi gocha, dhaloota hanga dhaloota” jedhun gaggeeffamaa jira. waltajjicha irratti Hoggaanaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach dureewwan amantaalee waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dureewwan amantaalee hundaa fi hoggantoota Gumii Dhaabbilee amantaa waliin mari'ataniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.…
Biiznasii Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin hojjechuuf… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiin Indaastrii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa biyya keessaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Kaayyoon walii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee Baajataa mootummaa federaalaa dhiyaaterratti mari’achuun koree dhaabbiif… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.6 ta’uun dhiyaaterratti mari’achuun gamaaggama…
Biiznasii Meeshaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 95 olitti tilmaamau to’atame Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 95 olitti tilmaamamuu konkolaataa waliin to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Meeshaaleen kunneen…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota Amantaa mariin furuuf waliigalamuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa beeksise Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Rakkoolee dhimma amantaan walqabatanii ka’an mariin furuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin waliigalteerra ga’amuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 24 irratti himanni baname Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Namoota yakka shororkeessummaan shakkamuun Komishiniin Poolisii Federaalaa dameen qorannooo yakka shororkeessummaa qorannoo irratti gaggeessaa ture 24…