Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan daawwannaaf Taanzaaniyaa galan Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee Eebla 16 ,2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin daawwannaa biyyootaa Afrikaa afuritti taasisan Taanzaaniyaatti eegalaniiru.…
Biiznasii Daldala Alaarraa galiin Doolaara biiliyoonni 2.64 argamuun ibsame Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee Eebla 16 ,2015 (FBC)- Baatiiwwaan saglan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolara biiliyoona 2.64 argamuu Ministeerri Daldalaa Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Kunis…
Teeknooloojii Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa diijitaalaa lama hojiirra oolche Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa Diijitaalaa lama hojiirra oolchuu beeksise. Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saannoon…
Idil Addunyaa Biyyoota Sahaaraa gadiitti dhimma Raawwachiisaan Jarman Barreessaa Olaanaa IGAD waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Biyyoota Sahaaraa gadii fi naannawaa Sahiiliitti Daayrektarri Dhimma Alaa Jarman Kiristoof Reezilaf Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan waliigaltee nageeyaa mirkaneessuuf hojiilee dinqisiifataman hedduu hojjetteetti-Haanaa… Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan waliigaltee nageeyaa mirkaneessuuf hojiilee dinqisiifataman hedduu hojjetteetti jedhan Gaanfa Afrikaatti Ergamtuun Addaa Barreessaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu qaba! – Pireezidaanti… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Milkaa'ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Haala nageenyaa fooyya’aa dhufe itti fufsiisuuf hojii qindoomina qaamolee nageenyaa akka barbaachisu… Debela Tadesse Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Haala nageenyaa fooyya’aa dhufe itti fufsiisuuf hojii qindoominaa Koomishinaroota Poolisii Federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa lameenii akka…
Oduu biyya keessaa Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu qaba – Maayik… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu akka qabu Afrikaa Bahaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayik Hamar…
Fayyaa Dirre Dhawaatti Duulli talaallii Kaansarii Fiixee Gadaameessaa fi Kovid – 19 boru eegala Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Magaalaa Dirre Dhawaatti duulli talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammeessaa fi Kovid - 19 borurraa eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa…
Fayyaa Tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin dabale – Ministeera Fayyaa Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin daballii argisiisuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Bara baajataa kana qofa lammiileen miiliyoonni…