Biirichi lammiilee sababa hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 33 taasise
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Oromiyaa sababa hongeen miidhamaniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 33’tti tilmaamamu…