Bulchiinsi Magaalaa Baabbilee Ulamaa’ota magaalichaa 200 oliif sagantaa Afxiraa qopheesse
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun Ulamaa'ota 200 oliif bulchiinsi magaalichaa sagantaa afxiraa qopheessera.
Ulamaa'ota kanneeniif sagantaa Afxiraa…