Oduu biyya keessaa Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa ‘Alzaaymar’ 2022 injifatan Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Dhalataan Ityoophiyaa Ogeessi ‘Niwuroo Saayikaatiristi’ Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa Alzaaymar (Alzheimer Award) kan bara Faranjootaa 2022…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa kabajamte dhaloota egeree dhaalchifna- Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Ayana Dheressa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Imala guddinaa Ityoophiyaan qabatteef ga’ee nurraa eegamu hunda ba’achuun biyya kabajamte dhaloota egeree dhaalchifna jedhan Itaamaajoor Shuumiin Humna…
Oduu biyya keessaa Rakkolee nu mudatan kan ceenu duudhaalee hawaasummaa jabeessuuni-Afyaa’ii Taaggasaa Caafoo Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Akka biyyaatti rakkoolee namtolchee fi uumamaa ce’uu kan dandeenyu duudhaalee hawaasummaa fi umamaa yoo jabeessineedha jechuun Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa halkan har’aa ni eegala Sifen Megersa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa Ooriigaanitti halkan har’aa ni eegala jedhame. Gulaalliin gufachiisaa meetira kuma 3 halkan…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa mirgi himatamuu dhabuu Dooktar Muluqan Haftuu akka ka’u murteesse Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Mana Maree Magaalaa Finfinnee mirgi himatamuu dhabuu miseensa mana marichaa fi Hogganaa Biiroo Innooveeshinii fi Teeknooloojii magaalichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa amansiisaarratti… Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Humni makkaanaayizdii Ajaja Kibbaa humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa loltummaa amansiisaarratti akka argamu ajajaan…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti daangessi yeroo labsame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti haala yeroon walqabatee sochii seeraan alaa to’achuuf daangeffamni sa’aatii labsamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee raawwchiiftota Gamtaa Afrika gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Walga’iin idilee rawwachiiftota Gamtaa Afriikaa 41ffaan gaggeeffamuu eegaleera. Jilli Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dhaabbilee misoomaarraa galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuun ibsame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Dhaabbilee Misoomaa Naannoo Oromiyaa irraa barana galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuu Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Aanaa Tahuuladareetti shugguxii fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Tahuuladareetti shugguxiin fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atameera. Shugguxiin seeraan alaa kun Magaalaa…