Mootummaan Ida’amuu qabeenya uumamaa naannawaa hunda jiru misoomsuun fayyadamummaa ummataa…
Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) - Mootummaan Ida'amuu qabeenya uumamaa naannawaa hunda jiru adda baasuun misoomsuun fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjetaa jira jedhan Pireezidaantiin…