Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha – Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha jedhan Qindeessaa Olaanaafi Too’ataa Galmee Eeenyummeessaa Diijitaalaa obbo…