Mariin hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Mariin biyyaalessaa hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…