Torbee 1 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 53.7 olitti tilmaamaman to’annaa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Torbee 1 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 53 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 95 fi 644 ttii tilmaamaman to’annaa jala ooluu…