Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu qabdi-…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu akka qabduu Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa Jamsi P…