Balaa baaburaa Taayiwaanitti mudateen yoo xiqqaate namootni 48 du’an
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Taayiwaanitti geejjiba baaburaa namoota gara 500 qabatee ture irratti balaa ga’een yoo xiqqaate namootni 48 du’anii, hedduun madaa’aniiru.
Balaan…