Idil Addunyaa Giiniin duula talaallii iboolaa eegalte Obse Wakgari Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Giiniitti duulli talaallii iboolaa eegaleera. Vaayrasiin iboolaa baatii kana keessaa biyyattitti irraa deebiin kan muul’dhatee yoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti afaanoota dhalootaa 50 oliin daa’imman barachaa jiru jedhame Sifen Megersa Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanoota dhalootaa 50 oliin barumsi daa’immaniif laatamaa jiraachuu ibsmeera. Guyyaan afaan dhalootaan dubbachuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Hiruut Kaasahuun ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa kabajuuf magaalaa Asoosaa galan Obse Wakgari Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasahuun ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa naannoo Beenishaangul Gumuuzitti kabajuuf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy filannoo dhufu ilaalchisee hoggantoota Federaalaa fi naannolee waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaa barana gaggeeffamu ilaalchisee hoggantoota Federaalaa fi naannolee…
Oduu biyya keessaa Roobni tibbana Ityoophiyaa fi Keeniyaatti roobe weerara hoomaa awwaannisaaf sababa olaanaa ta’uu… Sifen Megersa Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) –Kibbaa Ityoophiyaa fi Kaabaa Keeniyaatti Roobni tibbana roobe weerarri hoomaa awwannisa gammoojjii akka babal’atuuf sababa ta’uu akka danda’u…
Biiznasii Baatiwwan 6 darbanitti galii mootummaan seeraan ala dhabuuf ture Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun… Sifen Megersa Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Baatiwwan 6 darbanitti hojii Kontiroobaandii ittisuu hojjetameen galii mootummaan seeraan ala dhabuuf ture Birrii biiliyoona 19 ol…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Muluu Solomoon Jarmanitti daayreektara Biiroo Dhimma Alaa Saharaa Gadii waliin… Obse Wakgari Feb 24, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Solomoon daayreektara Biiroo Dhimma Alaa Saharaa Gadii Ambaasaaddar Roobart Doolgaar waliin…
Fayyaa Qorichoonni tajaajila yaala dhibee Sukkaaraaf oolan raabsamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Qorichoonni tajaajila yaala dhibee Sukkaaraaf oolan raabsamaa jiraachuu ibsameera. Ejansiin dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa Qorichoota tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 716 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 716 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Rakkoon geejjibaa saffisaan furmaata yoo hin arganne adeemsi filannoo gufachuu danda’a –… Sifen Megersa Feb 23, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Meeshaalee Filannoo imalchiisuuf rakkoon geejjibaa jiru saffisaan furmaata yoo hin arganne adeemsi filannoo gufachuu akka danda'u Boordiin Filannoo…