Naannoo Tigiraayitti dhaabbileen deeggarsa namoomaa idil addunyaa 75 ol hojjechaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimmaa Alaa Naannoo Tigiraayitti dhaabbileen deeggarsa namoomaa idil addunyaa 75 ol hojjechaa jiraachuu beeksise.
Dubbi Himaan…