Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Roobart Vaan Daan waliin dhimmoota waqtaawaa…