Hoomaan Awwaanisaa aanaa Minjaar Shankoraatti muudatee oomisha lafa hektaara kuma 12 irra ture…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Hoomaan Awwaanisaa Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti muudatee oomisha lafa hektaara kuma 12 irra ture barbadeessuu ibsame.
…