Abbaan taayiitaa daandiwwanii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii baatii jahaa gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Abbaan taayiitaa daandiwwanii Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii baatii jahaa fi kallattii hojii itti aananii gaggeesseera.…