Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 15 irratti Argame
Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 15 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe…