Labsichi lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba’aa namarratti fe’amee miti-obbo Dammaqaa
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Labsii ariifachiisan lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba'aa namarratti fe'amee miti jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan.…