Ispoortii Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo boqate Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo Addaamuu umriisaa waggaa 55ffaatti boqachuun, kaleessa sirni awwaalchaasaa raawwatameera. Federeeshiniin…
Balballoommii fi yaada Abbaan Alangee Federaalaa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaaf oolan laate Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee Federaalaa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaaf oolan laate. Deeggarsi taasises haguuggii afaanii fi funyaanii kuma…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa meeshaa waraanaa seeraan alaa hordofuu fi to’achuuf bobbiin hundaa barbaachisaadha… Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Daddabarsa meeshaa waraanaa seeraan alaa hordofuu fi daddabarsitoota to'annaa jala oolchuuf bobbiin qaama hundaa barbaachisaadha jedhan muummee ministiraa…
Idil Addunyaa Vaayrasiin koroonaa akka hin banne akeekame Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) - Dhaabbata Fayyaa Adduunyaatti daayreektarri yaala dhibee tasa Dooktar Miikee Reyaan,vayrasichi yoom akka baduu raaguurraa of qusataniiru. Dhabbanni…
Oduu biyya keessaa Weerarri vaayrasii koroonaa baatii 6f turraan Ityoophiyaan Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona… Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa baatii 6f turraan Ityoophiyaan Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 39.2 dhabuu dandeessi jedhame. Baatii…
Teeknooloojii Ityoophiyaatti giddugala Saatalaayitii ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e Sifen Megersa May 13, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti giddugala Saatalaayitii ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e. Waliigalticha Inistiityuutii Teeknooloojii Saayinsii Hawaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan daangaa biyyoota ollaarratti keellawwan 5 dabalataan banuufi Sifen Megersa May 13, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan daangaa biyyoota ollaarratti keellawwan 5 dabalataan Baatii 2 keessatti banuufi jedhame. Keellawwan kunneen weerara vaayrasii…
Idil Addunyaa Leesoottoon nama jalqabaa vaayrasii koroonaan qabame galmeessifte Sifen Megersa May 13, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Leesoottootti namni jalqabaa vaayrasii koroonaan qabame argamuu isaa Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksise. Biyyattiin Afrikaatti biyya…
Waajabila Faanaa Ispeeniitti maanguddoon umrii wagga 113 COVID -19 irraa dandamatan Sifen Megersa May 13, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ispeeniitti maanguddoon umrii wagga 113 dhibee COVID -19 irraa dandamachuu isaanii aanga’oonni mootummaa biyyattii beeksisan. Maanguddoon kun…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa kana lafti osoo hin misoomin lafa ba’u hin jiraatu – MM FDRI Abiy Ahimad Sifen Megersa May 13, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Bara oomisha kanatti lafti osoo hin misoomin lafa ba’u tokkollee hin jiraatu jedhan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Miidhaa Weerara…