Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa simatan Tsehay Guluma Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin simataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Bulchinsa magaalaa Asallaa fi naannawa isheetti ciccituun humna Elektirika hawaasa komachiise Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ciccituun humna elektirikii bulchiinsa magaalaa Asallaa waggoota lakkoofsise furmaata malee itti fufuun kutaalee hawaasa komachiiseera.…
Oduu biyya keessaa Gaafa carra argannee ummata bulchinu, ummaticha rakkisuu fi malaammaltummaan boochisuufii miti –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaafa carra argannee ummata kana bulchinu lafa ummataa gurguruu, ummata rakkisuufi malaammaltummaan boochiisuufi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni qillee Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota garaagaraatti kabajame Ayana Dheressa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Ayyaanni qillee Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa garaagaraatti taateewwan adda addaan guyyaa kaleessaa kabajameera. Biyyoonni Addunyaa…
Biiznasii Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu –… Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu jedhe Ministeerri Galiiwwanii. Ministeerichi yakka waliin…
Oduu biyya keessaa Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree cimsa- Waajjiricha Ayana Dheressa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree cimsa jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Daa’imman barnootaa fi jireenya isaaniin akka milkaa’aniif ogummaafi…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama Sifen Megersa Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Sagantaa xumuraa taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama. Arsenaal garaagarummaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati – kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Jan 7, 2026 0 Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati jedhan kantiibaan magaalattii Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanechi Ayyaana Qillee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad qe’ee moodela qindaa’aa Tulluu Araaraa eebbisan Yonatan Birhanu Jan 7, 2026 0 Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giifti duree Zinnaash Taayyaachoo fi hoggantoota olaanoo mootummaa waliin ta'uun hojii tola ooltummaa gannaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Embaasiiwwanii fi dhaabbileen idil addunyaa ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Yonatan Birhanu Jan 7, 2026 0 Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Embaasiiwwanii fi dhaabbileen idil addunyaa Itiyoophiyaatti argaman ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabrsaniiru. Itiyoophiyaatti…