Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Waajjira Muummee Baabura Itiyoo Jibuutiitti geggeessan ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaan fuula…
Ispoortii Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an. Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwatan Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa…
Oduu biyya keessaa Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii uffachuun gufuuwwan utuu hinsodaanne cichoominaan dhaabachuu… Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii gonfachuun gufuuwwan uumamaa fi namtolchee utuu hinsodaatin cichoominaan dhaabchuu gaafata jedhan Ajajaan Ajaja Duula…
Ispoortii Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Afrikaa lama har’a ni taphatamu Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti geggeeffamaa jiruun har'a taphoonni mo'anii darbuu lama ni taphatamu. Galgala sa'aatii 1 irratti Moorookoo fi…
Teeknooloojii Naannichatti lammiileen kuma 700 ol waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhatan Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) –Naannoo Somaaleetti lammiileen kumni 700 ol Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhataniiru jedhan Pireezidaantii itti aanaan naannichaa obbo Ibraahiim Usmaan.…
Oduu biyya keessaa Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoodha – Ministeera Nageenyaa Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoo ta’uu isaan Paartileen Siyaasaa qophaa’uu…
Ispoortii Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama. Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama. Har'a waaree booda sa’aatii 9:30…
Ispoortii Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Jan 3, 2026 0 Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera. Arsenaal galchii 3 fi 2'n Boornimaawuuz…
Ispoortii Seenegaal nuusa xumuraaf darbite Ayana Dheressa Jan 3, 2026 0 Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun Seeneegaal Sudaaniin galchii 3 fi 1’n injifachuun nuusa xumuraaf darbite. Taphni galgala kana…