Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan Turizimii kabajame Tsehay Guluma Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Guyyaan Turizimiii Addunyaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiritti kabajameera. Guyyichi mata duree "Turizimii fi…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra –… Sifen Megersa Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa kabajamte, misoomtee fi jabduu ijaarra jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Damee qonnaa galteefi makaanaayizeeshiniin deggaruuf hojjetamaa jira- Obbo Addisuu Araggaa Ayana Dheressa Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018(FMC)- Damee qonnaa galtee gahaafi makaanaayizeeshiniin deggaruuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan. Ministeeronni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa… Ayana Dheressa Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Jimmaa guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummaattootaa 21ffaa akka qopheessitu filatamte Sifen Megersa Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 21ffaan bara dhufu naannoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti akka qophaa'uuf murtaa'e.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattootaa eenyumaa waloo Itiyoophiyaanotaa kan cichoomsuudha… Sifen Megersa Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Kabajni guyyaa Saboota Sab-lammootaafi Uummattootaa eenyummaa waloo Itiyoophiyaanotaa kan cichoomsuudha jedhan Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Dec 8, 2025 0 Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaan kabajamaa jira Finfinnee, Sadaasa 29, 2018(FMC) - Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaan…
Oduu biyya keessaa Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu… Yonatan Birhanu Dec 7, 2025 0 Finfinnee, Sadaasaa 28, 2018 (FMC) - Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu qabu jedhan Emereetota Arabaa Gamtoomanitti…
Oduu biyya keessaa Tajaajila waraqaarraa bilisaa dhamaatii qaamolee haqaa fi abbootii dhimmaa hir’ise Yonatan Birhanu Dec 7, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2018(FMC) - Manni Murtii Olaanaa Godina Arsii tajaajila waraqaarraa bilisaa hojiirra oolchuun kenna tajaajila si'ataafi qaqabamaa taasisuuf hojjechaan jira jedhe.…