Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 0 Liiverpuul Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame. Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0'n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Piroofeesar Laaphisoo hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) –Du'aan boqochuu qorataa seenaa Piroofeesar Laaphisoo Geedeeleeboo hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa… Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Hoggantoonni murannoo, kalaqa, saffisaa fi qulqullinaan hojjechuun badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Paartii…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf kennamaa ture xumurame Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Leenjiin hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf magaalaa Finfinnee fi Adaamaatti kennamaa ture xumurame. Leenjichi mata duree 'Ilaallama…
Idil Addunyaa Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jira Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) – Naannawaa daangaa Maaleezyiyaa fi Taayilaanditti Bidiruun dhidhimuu hordofee lubbuu namootaa baraaruuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Itiyoophiyaan oomisha misooma ruuziin of danda’uuf eegalte bu’aa argamsiisaa jira- MQ Tsehay Guluma Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) - Hojiileen Itiyoophiyaan oomisha misooma ruuziin of danda’uuf eegalte bu’aa argamsiisaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa. Tarsimoon Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Haddiyaa Magaalaa Naqamteetti kabajame Tsehay Guluma Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Hora Haddiyaa Magaalaa Naqamteetti kabajameera. Kabaja Ayyaanicharratti Walitti Qaban Abbootii Gadaa Oromiyaa Warqinaa…
Ispoortii Morkii cimaa torbee kanaa Maachiister Siitii vs Liiverpuul… Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 11ffaan taphni Maanchiister Siitiin Liiverpuul keessummeessu xiyyeeffannoo argateera. Har'a waaree booda…
Ispoortii Cheelsii 3-0 Walvis Yonatan Birhanu Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) - Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 11ffaan Chelsiin Walvisiin 3 fi 0'n injifateera. Maaloo Guutoo, Zyo'aawoo Peediroo fi Peediroo Neetoo…
Oduu biyya keessaa Hojii qajeelaa daa’ima du’arraa baraare… Yonatan Birhanu Nov 9, 2025 0 Finfinne, Onkoloolessa 29, 2018 (FMC) - Lammiilee miidhaa irraa eeguun ergama qaamolee nageenyaa keessaa isa tokko. Addumatti ammoo midhaa daa'immanii fi dubartoota irra ga'u ittisuun…