Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan daldalaafi barnootaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Ministirri Muummee Veetnaam Faam Miin Chiin Ministira…