Magaalichatti namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Oppireeshinii qinda'aa gaggeeffameen namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…