Oduu biyya keessaa Ibsa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaarraa kenname Ayana Dheressa Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Eebila 1, 2017(FMC)- Manni Maree Nageenyaa Biyyalessaa guyyaa har’aa dhimmoota biyyaalessaa, naannawaafi idil-addunyaa gamaaggamuun ibsa kenneera. Itiyoophiyaa baroottaniif…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf waliin mari'ataniiru. Nagaa fi tasgabbii waaraa…
Oduu biyya keessaa Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira –… Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa Konfiraansii nageenyaa itti aanuu akka qopheessu filatame Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Naannoon Amaaraa Konfiraansii Nageenyaa bara dhufuu akka qopheessu filatameera. Konfiraansiin Nageenyaa guyyoottan lamaaf Naannoo Oromiyaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Jilli loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee Riifoormii Poolisii Federaalaa daawwatan Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Jilli Miseensoota garee giddugala qabeenyaa loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee riiformii Poolisii Federaalaa daawwateera. Daawwannaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Leenjiin Hoggantootaa fi Ogeeyyii Kominikeeshiniif kennamu Finfinneetti eegale Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Leenjiin Paartii Badhaadhinaatti Dameen Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Hoggantootaa fi Ogeeyyii kominikeeshiniiniif qopheesse Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaalee nageenya Itiyoophiyaa waareessuu keessatti gahee olaanaa qabu jedhame Tsehay Guluma Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Dhaabbileen amantaalee nageenya Itiyoophiyaa waareessuu keessatti gahee olaanaa qabu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Dooktar Keyiraddiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Neezerlaand waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Eebila 1 , 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Neezerlaand Kiristiin Pireen waliin mari’ataniiru.…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid Sifen Megersa Apr 9, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate. Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa ajandaalee adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseen ajandaalee adda addaarratti mari'achuun murtoo dabarseera.…