Oduu biyya keessaa Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabarsan. Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Baatii tokkoof akkaataa Heera Mootummaa, waliigaltee Piriitooriyaa fi gorsa hawaasa Dippiloomaasii itti dabaluun marii bal’aan gaggeeffamaa tureera. Akkaataa seeraan yeroon aangoo…
Oduu biyya keessaa Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu hojii eegale Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu har’a hojii eegaleera. Dooktar Abiy Ahimad akkaataa heera…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtaawarratti xiyyeeffate taa’amaa jira Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtawarratti xiyyeeffate Magaalaa Baahir Daaritti taa'amaa jira. Waltajjichi dhimmoota nageenyaa,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru. Dhimmoota ijoo…
Oduu biyya keessaa Jimmatti konfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti konfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsame. Konfiraansichi mata duree “ Amantiin nageenya,…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jira – BKO Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfii fudhatamaa jiruun nageenyi waara’aa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuufi Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Shaarjaatti balallii haaraa jalqabuuf ta’uu beeksiise. Caamsaa 24, 2017…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni… Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama. Taphni nuusa xumuraa marsaa…
Teeknooloojii Teelee Birriin guyya guyyaan Birrii biiliyoona 7 sochoosaa jira jedhame Ayana Dheressa Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) –Teelee Birriin ijaarsa diinagdee diijitaalaa Itiyoophiyaaf gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo-Telekoom Fireehiwoot…
Oduu biyya keessaa Hariiroo naannawaafi damee hedduun faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar… Ayana Dheressa Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Hariiroo naannawaafi damee hedduun faayidaa Itiyoophiyaa waaraan kabachiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi…