Baankiin Abiisiiniyaa Doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 49 liqaaf dhiyeesse
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Baankiin Abiisiiniyaa hanqina sharafa alaa furuuf bara baajataa kana Doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 49 liqaaf dhiyeessuu beeksiseera.…