Ijaarsi mana barumsaa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ijaarsi mana barumsaa idileen duraa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalameera.
Manni barumsichaa Jibuutiitti Ambaasaaddarri…