Oduu biyya keessaa Waltajjii Faanaa har’a galgala:- Sifen Megersa Mar 6, 2026 0 Hariiroo Alaa fi Faayidaa Biyyaalessaa irratti falmii guddaa gaggeesseera. Hirmaattonni :- 👉 Lammiilee Itiyoophiyaa Haqaa Hawaasummaaf 👉 Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaaf 👉 Paartii…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidaari maqaa gaarii biyyaa ijaaraa jira – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Misoomni Koriidaari Finfinnee qofa osoo hin taane maqaa gaarii Itiyoophiyaa ijaaraa jira jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Ispoortii Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan qixa bahe Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Taphoota CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan har'a taphatameen Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan Hadiyyaa Hoosaanaa waliin…
Oduu biyya keessaa Guddina biyyaa saffisisuuf gaheen dhaabbilee Hawaasa Sivilii cimuu qaba – Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ijaarsa biyyaa saffisisuuf dhaabbileen Hawaasa Sivilii dammaqinaan hirmaachuu qabu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Filannoon Waliigalaa 7ffaan akka milkaa’uuf mootummaan deggersa barbaachisu hunda ni kenna… Yonatan Birhanu Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018(FMC) - Filannoon Waliigalaa torbaffaan milkaa'inaan akka xumuramuuf mootummaaan deggersa barbaachisu hunda ni kenna jedhan Af-yaa'iin Mana Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Ifxarri Daandirraa Sambata dhufu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ifxarri guddaan Daandirraa 6ffaan mata duree ‘Najjaashii kabaja biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamuufi jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Ispoortii Falmii yaaddoo gara gadiitti bu’uurraa ooluuf taasifamu… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Sarara gara gadii bu’uurraa qabxii tokkoon qofa fagaatee kan argamu Tootenhaam morkiin har’a Kiristaal Paalaas waliin taasisu ni eegam. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Ragaalee filattoota irraa barbaadaman… Yonatan Birhanu Mar 5, 2026 0 A. Waraqaa eenyummaa gandaa ykn Paaspoortii B. Waraqaan eenyummaa gandaa ykn paaspoortiin yoo hin haarofnes, galmaa'uuf ni fayyada. Garuu yeroon waraqaan eenyummaa sun itti haaromfamuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Daandii Saffisaa Baatuu- Nageellee Arsii ariifataa jira Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) - Qaama Piroojektii Moojoo -Hawaasaa kan ta’ee daandiin Saffisaa Baatuu – Nagellee Arsii xumuramaa jira. Bulchiinsa Daandiiwwan Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa aadaa, duudhaafi safuu beekee hawaasa keessatti fakkeenya gaarii ta’e horachuun… Sifen Megersa Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) - Yaa’iin Dargaggoota Oromiyaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icha mata duree 'Dhaloota dubbisuutu waan dubbatuufi waan hojjetu…